banner

«Sareen warra irraa nyaattuf duttii»

10 comments

ፍቅር ያሸንፋል December 21, 2024 - 4:31 am

ትርጉም

Reply
Melka S. Muleta December 21, 2024 - 4:32 am

Ganamaan dubbiin akkasii kun maali? 🤔

Reply
Biruk G Desalegn December 21, 2024 - 4:32 am

ጃ ደህና አደርክ

Reply
Guta Eliku December 21, 2024 - 4:33 am

Wayine balacho🤣

Reply
Thomas Tariku December 21, 2024 - 4:35 am

JA akkam bulte?

Reply
Orooliyaanaa Margaa December 21, 2024 - 4:35 am

Waa’ee hayyuu siyaasaa, Jawaar Mohaammad kana beektuu? Dubbisaamee!
👇👇👇👇👇
“An Oromoo biratti Oduu-dhaanii mitii bar;gochaanin beekamaa!” Hayyuu Siyaasaa Jawaar Mohaammad.

“Wal-sobuurra;wal-gobuu wayya!” jedhan-mitiiree! In fact, sirni amma jiru kun, abbaa irrummaa ni qaba! Sanaaf ammoo ragaan, waan waggoota shaniif walitti fufinsaan Oromiyaa keessatti raawwataa turan ilaaluun ga’aadha! Uummata nagaa, dafqee jiraatu, qonnaan bulaa qulqulluu dirooniinaan waxxaltanii ajjeestan! Kanarraan kan hafe ragaa abbaa irrummaa keessanii kan agarsiisu maalidha? Maal barbaaddumee! Gubbaan federaaliziimii, dimookiraasii;keessi ammoo, ‘extrajudiciary’ so, ragaa biraa nun barbaachiisuum!

Jawaaris kanuma dubbate! Haasaa isaa kanatti, faarsee bulaan danuun aareera. Kaan ammoo, gad-ba’ee arrabsee itti kaffalaamaafii jira! Karaa biraa balballi hojii argame jechuudha!😀 “Siyaasni qulqulluu fi namni siyaasaan qulqulluun hin jiru!” jedhan Piroofeesar Mararaan. Jawaar nama siyaasaati, sanuu siyaasa Oromoof xoophiyaa keessatti nama ’Puplic figure’ ta’edha! Namuu dogoggora uumuu danda’a! Namni dogoggora hin uumne;nama hin hojjanne qofa! Innis akkasuma dogoggora uumuu danda’a! Quba qabaadhu!👌

I’m not politician;garuu ideaology naaf hin taane mormuun ammoo mirga kooti!

Gurratti si cala’u!😀

Reply
Jabir Mifta December 21, 2024 - 4:35 am

Turgum be gechew

Reply
Abdu Nuru December 21, 2024 - 4:35 am

ከአገባው የሚገርም ቦዚሽን ላይ ነው

Reply
Iddoosaa Abdii December 21, 2024 - 4:37 am

Harka Beekan Beela’u👍

Reply
Tarekegn Beyene December 21, 2024 - 4:38 am

Har’aa dubbattanikaa

Reply

Leave a Comment