#FastMereja
ሀሊማ የመጀመሪያዋ ሚስ ቱሪዝም ኦሮሚያ እና በአሁኑ ወቅት የኦሮሚያ ቱሪዝም አምባሳደር በምስራቅ አፍሪካ ስትሆን የኦሮሚያንና የቱሪስት መስህቦቿን ባስተዋወቀችበት ጥረትና ጥንካሬ ሮዝንም ትወክልልናለች የሚል እሳቤ ይዘው እንደመረጧት የድርጅቱ ብራንድ ማናጀር ወ/ት የምስራች ተናግረዋል::
_____———-____
Dhaabbatni Roozi Moodesii Oomishu, Clean Material jedhanu Dubree Halimaa ambaasaaddara miidiyaa hawaasaa taasisuun filate.
Halimaan Miis Tuurizimii Oromiyaa jalqabaa kan taate yeroo ammaa Afrikaa Bahaa keessatti ambaasaaddara turizimii Oromiyaa kan taate yoo ta’u, carraaqqii fi jabina Oromiyaa fi hawwata turistii keessatti gahee olaanaan taphatte bu’uureffachuun Rooziinis bakka bu’uu dandeetti jechuudhaan akka filatan dhaabbatichatti hooggantuun damee beeksisaa Dub. Yemisiraachi himaniiru.




1 comment
ይገባታል