0 #FastMereja I Artist Mahdii Abdurahmaan (Mahdii Xiqqaa) dandeettii muuziqaa qabuun beekamu dhibee tasaatiin addunyaa kanarraa boqochuun isaa mirkanaa’eera. Maatii, firaa fi dinqisiifattoota isaaf jajjabina hawwina.